Esther 9:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle isiini waan jettu, Isanifi ijoolleeni teesani guyya mara ayyaana Puri suni qaabad'a, akuma isani guyya ufi agabsani yokhaani guyya boha qaabatani. Dubbi tana Mordekaifi hayyiti Estati, Tolcha jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyoota fuuriimii kanniin akka Mardokiyoosiin Ayihuudichinii fi mootittiin Asteer ajajanitti ufii fi fiixaa ufiitiif akkuma seera soomaatii fi gaddaa ufiititti kabajjatu'uuf akka fudhatan hennaa maraa akka jabeessan barreessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akkuma guyyooti laamaatii fi gaddaa eegatamane, nuuti Yihudootii fi sanyiin teenna guyyoota Furiimii akka eegannee jilifannu hundeessiisaaf, tana barreesse. Waan kana irratti ani Mordekaayiin Yihudichii fi Asteeriin giittittiin wolii galleerra» jedhe.