Esther 9:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi Estani baafte, ta waan guyya Puri jed'ani suni, t'aafani olkayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajanyi Asteerii waan fuuriimii kana hin jabeesse; kitaaba keessattillee hin barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaji Asteerii seerata marroo guyyoota Furiimiitiif baye jabeesse; kunille galmee keessatti barreeffame.