Esther 9:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi lafa hayyuuni fidu ch'ufa keesa, aka Mordekaiini jabaate gurra baafate nama ch'ufa ira guddinna argate, aka dansaa beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kabajjaan Mardokiyoosii waan eda'aa deemeef mana mootichaa keessatti baalliin guddaan kennameef, gurri isaallee biyya maraa keessatti dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mordekaayi mana mootumma'aa keessatti guddoo beekkamaa te'e; baalliin isaa ittuma ede'amaa waan deenteef, gurri isaa kutaa biyyaa maratti dhage'ame.