Esther 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yahudiini waan feete ch'ufa nyaapa ufii tolchite sheeftiini haate balleesite fitt'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayihuudonni diintota ufii maraa guraade'een dhaya'aa ajjeesanii fixan. Worra isaan jibban irratti waan barbaadan godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yihudooti diinota ifii mara shallaaga'aan ijjeesanee fixane; isaan worra isaan jibbu irratti waan fedhane godhane.