Esther 9:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra fit'ani suni keesa ilmaani d'iira ta Hamani, ilma Hamedatha, ka nyaapa Yahudi, kud'aniti jira: maqaani ilmaani suni kana: Parshandatha, Dalfoni, Aspatha, Poratha, Adalia, Aridatha, Parmashta, Arisai, Aridai, Waizatha. Ammo ha taatu, miha worraa tokole insaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Paarshandaataan, Dalfoon, Aspaataan, Paaraataan, Adaliyaan, Ariidaataan, Paarmaashtaan, Arisaayiin, Aridaayiinii fi Waayizaataaniinillee hin ajjeesan; Kunniin ijoollee kudhanii ta Haamaa ilma Hamadaatu'uu ka diina Ayihuudi'iiti. Garuu qabeenna hin saamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, Phaarshandaataa, Daalfon, Asfaataa,