Exodus 1:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo hegeri woraani d'ufe, worri nyaapa keennafa kalche nu had'e nu duraa baqata. Tanaafi koota, mala d'aane worra horu d'owarra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu yoo diinni keenna nutti ka'e isaanillee isaan gargaaranii nu woraananii akka biyyaa hin baqanne koottaa mala isaanitti haa dhoofnuu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossi isaanii akka hin bacanne, lolli yoo ka'e diina keenna woliin nu lolanee biyyaa akka hin baane godhiisaaf kowa'a mala itti dhoonna» jedhe.