Exodus 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri Misiri nama irreeni worra Israeli hojachiisu, ka worra dabse waan ulfo baachisiisu, iti tolche. Duuba worri Israeli dira Pithomufi Ramesesi Farao jaare, aka inni keesati wo olkeyatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa akka hujii gudda'aan worra Israa'elii miidhan worra garaa jabaatan ka isaan hojjachiisan isaan irratti muudanii qachaa Raamse'ee fi Fiitoomiin Fari'oonii ijaarsisiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf worri Gibxi'ii kolbaa Israa'elii cunqursiisaaf, worra hujii hunnaa isaan hujisiisu itti filane. Israa'elooti qachaa woy itti kuufatanu Fiitoomii fi Raamses mooticha Fara'ooniif ijaarane.