Exodus 1:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nad'eeni taani Waaqa sodaatte waan hayyuuni Misiri jed'e guutu didde ilmaani d'iira inijeemne lakifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri deessisu ammo Rabbiin sodaatanii akka mootiin biyya Misirii isaan ajaje hin goone; daa'imman dhiiraa hin ajjeefne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Deeysiittooti sun ammoo Waaqa waan sodaataneef, akka mootiin Gibxi'ii isaan ajaje san hin goone; annoolee dhiiraalle hin ijjeenne.