Exodus 1:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyuuni Misiri deesiftu nad'eeni taani wolti yaame waan jed'eeni, Isani maafi ijoolle d'iira ijeesu diddani waan akana taatani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Misirii dubartoota deessiftu sanniin ufitti waamee, «Maaf akkana gootan? Daa'imman dhiiraa maaf dhiiftan?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Gibxi'ii deeysiittoota san waamee, «Maaf akkas gootane? Annoolee dhiiraa maaf ijjeesuu dhaddane?» jedhee gaafate.