Exodus 1:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Deesiftuuni taani waan Faraoni jette, Wonti nu akana taanefi nad'eeni Ebrania aka nad'eeni Misiri injirtu; isiini yoosu sablatti, ato deesiftuuni ind'umne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deessiftoonni ammo Fari'ooniin, «Dubartoonni Ibrootaa akka dubartoota biyya Misiriitii miti; isaan jajjabdoota; uduu worri deessisu isaan bira hin geenne waan ufumaan dayaniif» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille deebisanee, «Dubartooti worra Ibrootaa akka dubartoota worra Gibxi'iitii moti; isaan jajjaba waan te'aneef, adoo deeysiittooti isaan bira hin geyin deyan» jedhane.