Exodus 1:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Faraoni waan gosa isaatini jed'e, Ilma d'iira ka Ebrania ka d'alatu ch'ufa galaana Nile keesa buusa, ammo dubarti ha guddattuti, lakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Fari'oon, «Dhiira dhalate maraa lagatti gataa'a, intala dhalatte maraa ammo hin ajjeesinaa'a» jedhee banii maraa ajaja cima'aan seere.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi, «Ijoollee dhiiraa ta Ibrootaa ta dhalattu mara fuudha'aatii laga Nayiliititti gata'a, ijoollee durraa ta dhalattu ammoo hin gatina'a» jedhee kolbaa ifii mara ajaje.