Exodus 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Yakobooni d'ale ch'ufti wolti torbatama; ammo ilmi isaa Yusufuuni worra duratu lafa Misiri jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horteen maatii Yaaqoobii wolitti qaba'atti namoota torbaatama; Yooseef durumaa biyya Misirii keessa jiraata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossi sanyii Yaaqoobii wolumatti torbaatama; ilmi isaa Yoseef isaaniin duraayyuu biyya Gibxi'ii keessa jira.