Exodus 10:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Gara Farao d'aqi, anini isaafi hojattu isaa garaa jabeese, aka waan mama kana jiddu worrati agarsiisu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Muuse'een, «Akka ani Waaqa ta'e akka beettan waan ani biyya Misirii irratti godhe maraa ilmaan ilmaan teetiititti akka himtu ani maalalee tanallee isaan jiddu'utti godhu'uuf garaa Fari'ooniitii fi garaa garboota isaa jabeesseeraa Fari'ooniin bira seeni» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ati gara mootichaa dhaqi. Ani bilbaasota kiyya kana odduu isaaniititti tolchiisaaf, mootichaa fi qondaaltota isaa mataa jabeesseera.