Exodus 10:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya dide! Isani d'iirti ch'allaani yaa AABBO Waaqa yaamad'a isani qara tana barbaadani. Duuba worra fuula Farao duraa gussani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin firri isaa yookaan jaalalloon isaa isa tajaajiluu waan barbaaddaniif deema'aa Rabbiin tajaajilaa'a» isaaniin jedhee Fari'oon uf afo'oo isaan ari'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waawwo'o! Ka isin gaafattane kanuma waan te'eef, worri dhiiraa callaan deemee Mootii Waan Maraa waaqonfatuu ti» jedhe. Achiin duuba Muuse'ee fi Aaron mooticha biraa ari'amane.