Exodus 10:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka kanke lafa Misiri gubbaa qabi, aka awaanisi lafa Misiri ch'ufa qabate waan baha ch'ufa ka bokaya d'akhaani roobu kaani iraa hafe nyaate fit'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Akka awwaannifni biyya Misirii irratti quphatee marga baradaa irraa hafe maraa nyaatu akka awwaannifni biyya Misirii maraa irratti dhufu harka kee biyya Misirii irratti diriirsi» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Awwaannisi biyya Gibxi'ii irratti dhufee, waan bokkeya dhaka'aa irraa hafe maraa fi waan diida keessatti quunxiisatti jiru mara akka nyaatu harka keeti biyya Gibxi'ii irratti ol diriirsi!» jedhe.