Exodus 10:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arra ch'alla ch'ubbu tiyya naa araarama, AABBO Waaqa keesani na kad'ad'a, aka inni gaargala dua hama kana nuraa fuud'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
amma balleessaan kiyya; tanuma callaa naa dhiisaa'a; akka adabbii guddaa kana na irraa kaasu Rabbii Waaqa keessan naa kadhadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma yennaa tokko qofa cubbuu tiyya naaf araarama'a; balaa hamaa kana akka na irraa balleessuuf, gara Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii naa daadimadha'a» jedhe.