Exodus 10:2 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle aka atini ilmaani tanteetiifi akhakhoota tante durati aka anini worra Misiri iti tabad'e ch'eerse, ammalle akheekha anini worra keesati tolche, himtu. Akanaani aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo waan ani worra Gibxi'ii irratti tolche, bilbaasota ani isaan oddu'utti huje kana, dabarsitee ilmaan teetii fi ilmaan ilmaan teetiititti hin hinta. Isin akka ani Mootii Waan Maraa te'e tanaan hin beettan» jedhe.