Exodus 10:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Faraoni Musa yaame waan jed'eeni, Beena yaa, AABBO Waaqa kad'ad'a, nad'eenifi ijoolle teesanile woliini yaa, ree teesanifi looni keesani ch'alla hambisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon Muusee waamee, «Deema'aa Rabbiin tajaajilaa'a; garuu hoolotaa fi horii keessan dhiisaa'a; ijoolleen teessan ammo isin woliin haa deemanii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootichi Muusee waamee, «Dhaqa'aatii Mootii Waan Maraa waaqonfadha'a; dubartooti teessanii fi ijoolleen teessanille isin woliin dhaqanuu ti; hooleen, re'e'ee fi horiin keessan ammoo asitti hafanuu ti» jedhe.