Exodus 10:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akananiti, nu horiini iyyaana, qeench'i isaani tokoleeni asi inhafu. Wonti akanatiifi numati hori keenna keesa waan sorio Waaqa baamnu foha. Ammalle haga achiini baanuti hori sorio AABBO Waaqa baasu malani nu imbeennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa keenna tajaajilu'uuf horiin keenna nu woliin deema; qeensi tokkolle asitti hin hafu; Waaqa keenna haga achi geennuuf hennaa meeqa akka tajaajillu hin beennu» Jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horiin keenna marti nu woliin dhaquu qaba; qenci tokkolle asitti hin hafu. Mootii Waan Maraa Waaqa kennaaf ka dhikeessinu isaan keessaa filanna; haga achi geennutti Mootii Waan Maraatiif ka dhikeessinu hin beennu» jedhe.