Exodus 10:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi garaa Farao jabeese, inni worra galakisu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan garaa Fari'oonii jabeesseef Fari'oon gad isaan dhiisuu hin feene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mooticha mataa jabeessee, mootichi akka isaan deemanu hin feene.