Exodus 10:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Faraoni waan Musani jed'e, Na biraa deemi! Ilti tiyya deebite si inargini! Guyya anini si argu indoota!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon, «Narraa deemi! yoo fuula kiyya afoo deebitee dhaabatte akka duutu beeki; lamuu fuula kee arguu hin barbaadu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Muuse'een, «Fuula kiyya duraa bayi! Deebitee fuula kiyya duratti akka hin mudhanne beekkadhu! Guyyaa fuula kiyya dhaggite, ati hin duuta!» jedhe.