Exodus 10:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musafi Harunini gara Farao d'aqani waan jed'aniini, AABBOONI, Waaqi Ebrania, waan siini jed'u, Haga yoomi atini naa saalfachu didda? Worra kiyya gad'iisi, aka worri deeme na kad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Muuseenii fi Aaroon Fari'ooniin bira seenanii «Rabbi Waandhi Ibrootaa ‹Ati haga yoomii ajaja kiyya fudhachuu didda? banii kiyya akka na tajaajilu gad dhiisi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuse'ee fi Aaron gara mootichaa dhaqanee, «Mootiin Waan Maraa, Waaqi Ibrootaa, ‹Ati haga yoomii naaf ajajamuu didda? Kolbaan tiyya deentee akka na waaqonfattuuf gad lakkisi.