Exodus 10:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Awaanisi suni lafa ch'ufa qabate biyye ch'ufa d'osse, waan bokaya d'akhaani roobu iraa hafe kaanile ch'ufa nyaate mukha oobru tante keesati hafe ch'ufa fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee lafa dhossa; laftillee hin mudhattu; midhaan baradaa irraa hafe awwaannifni nyaatee fixa; muka keessan ka maasaa keessatti marge maraa isin jalaa nyaatee fixa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Awwaannisi sun haga latti mudhatiisa dhaddutti lafa hin golla. Waan diqqoo bokkeya dhaka'aa irraa hafe, muka diida keessatti quunxiisatti jirulle mara hin nyaata.