Exodus 10:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musafi Haruni Faraotiini d'ufani jennaani Faraoni waan worraani jed'e, Beeni d'aqa, AABBO Waaqa keesani kad'ad'a, ammo eenufati yaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Fari'oon Muuse'ee fi Aarooniin deebi'ee waamsisee «Deema'aa Waaqa keessan tajaajilaa'a; garuu namoonni deeman eennuun fa'a?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuse'ee fi Aaron waamamanee gara mootichaa deebi'anee dhufane; inni isaaniin, «Dhaqa'aatii, Mootii Waan Maraa, Waaqa keessan waaqonfadha'a! Garuu worri dhaqu kun eennu fa'a?» jedhe.