Exodus 11:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Anini gaargala toko d'ibi Faraofi lafa Misiritiini d'ufa. Eegi suni inni isani gad'iisa. Yo isani gad'iisele, ufira isani gussa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Muuse'een, «Fari'oonii fi biyya Misirii irratti balaa tokko callaa fida; achiin maayessa hennaa gad isin dhiisu ariisa'aan isin baasa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ani amma balaa tokko callaa mooticha Gibxi'iitii fi kolbaa isaa irratti hin fida; saniin duuba mootichi akka isin asii deentanu gad isin hin lakkisa; nami tokkolle adoo hin hafin isin maraayyuu hin ari'a.