Exodus 11:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musafi Haruni waan mama kana ch'ufa Farao durati tolchani, ammo AABBO Waaqi garaa isaa jabeese, inni duuba worra Israeli lafa isaa keesaa bahu d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenii fi Aaroon maalalee kanniin maraa Fari'ooniin afo'otti godhan; Rabbi garaa Fari'oonii waan jabeesseef ijoolleen Israa'elii biyya san gad hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Aaronille fuula mootichaa duratti bilbaasota kana mara godhane; Mootiin Waan Maraa ammoo mooticha mataa waan jabeesseef, mootichi Israa'elooti biyya isaa keessaa akka bayanu gad hin lakkinne.