Exodus 11:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma worra Israeli ch'ufati dubbad'i waan jettuuni, Nami ch'ufti d'iirafi nad'eenileeni nama woliini jirtani faaya worqifi qarsiini mid'aasani iraa kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baniin Israa'elii ammallee dhiirtinii fi dubartiin ollaa ufii irraa mi'a worqi'iitii fi ka birri'ii akka fudhatan bani'itti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii marti ollaa ifii irraa meya meeti'iitii fi worqi'ii gaafatanee akka fudhatanu itti himi» jedhe.