Exodus 11:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi worra Misiri worra Israeliti saalfachiise. Tana male, hojattu Faraotiifi nami Misiri ch'ufti Musa aka nama gudda heregani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'ee banii biyya Misirii maraa afo'otti gaachena kenneef; Muuseen garboota Fari'oonii afo'otti guddisee nama kabajjamaa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worri Gibxi'ii akka Israa'eloota ulfeessanu godhe. Muuseelle biyya Gibxi'iititti, qondaaltota mootichaatii fi fuula kolba'aa mara duratti nama ulfinnaa te'e.