Exodus 11:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worra Israelitiifi hori worrale sareleeni iti induttu. Akanaani aka anini AABBO Waaqi worra Misiritiifi worra Israeli gargari baasu beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo worra Israa'eliitii fi worra biyya Misirii jiddu'utti garaagarummaan akka beekkamuuf namaa fi horii isaaniititti sareenillee hin duttu.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namaa fi horii Israa'elootaatitti ammoo sareelle itti hin duttu; worra Israa'elootaatii fi worra Gibxi'ii oddu'utti Mootiin Waan Maraa garaagarummaa akka godhe kanaan hin beettan› jedheera» jedhe.