Exodus 12:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nyaattani, woya mart'ifad'a, kobele naqad'a, arifad'a nyaad'a. Tunini jila AABBO Waaqaati, ta Pasaka jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo nyaattan mudhii keessan hidhadhaa'a; kophee keessan godhadhaa'a; ulee teessan harkatti qabadha'aa ariiti'iin nyaadhaa'a; kun Ayyaana faasika'aa ka ana Rabbiin itti kabajjitan isinii haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jila irra dabaramaa ta ana Mootii Waan Maraa ulfeessiisaaf jilifattanu waan teeteef, yennaa nyaattanu, akka nama karaa deemiisaaf qophowee, woyaa uffadha'aa, kophee keyadha'aa, ulee teessan harkatti qabadha'aatii ariiti'iin nyaadha'a.