Exodus 12:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani kunini guyya qaabacha isanii taha, ammalle guyya jila, ka AABBO Waaqa jettani qaabattani; d'aloota keesani ch'ufa keesa guyya kana qaabattani, haga jiru jireennale aada tana tolfattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan kun guyyaa itti na qaabattan haa ta'uu; guyyaa Rabbiin ayyaanteffattan isinii haa ta'uu; ayyaanni kun ilmaan ilmaan teessaniitiif seera isinii haa ta'uu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaan kun guyyaa yaadanno'oo isiniif te'uu ti. Dhaloota dhufuufille seerata bara baraa te'ee, ana Mootii Waan Maraa ulfeessiisaaf jilifattan.