Exodus 12:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jila Qit'a bukho inqamne tana qaabad'a, armaa achile tolfad'a; wonti akanatiifi guyyaani anini gosa teesani lafa Misiri keesaa baase guyya suni. Tanaafi guyya suni d'aloota keesani ch'ufa keesa qaabad'a, haga jiru jireennale aada tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa kana banii keessan biyya Misiriitii waan baaseeruuf, ayyaana xorosho'oo kana eegaa'a; eeganaa guyyaa kana ijoollee ijoollee teessaniitii seera bara baraa akka ta'uuf eeddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani guyyaa kanatti kolbaa tiyya biyya Gibxi'ii keessaa waan baaseef, jila daabboo uukoo hin qannee jilifadha'a; guyyaa kana dhaloota dhufuufille seerata bara baraa godhadha'aatii eegadha'a.