Exodus 12:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galgala guyya kud'ani afreeso ka jia qara haga galgala guyya kud'ani tokeeso, qit'a bukho inqamne ch'alla nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a jalqabaa guyyaa kudha arfeesso'oo galgala irraa jalqabee haga jalqaba guyyaa diddamii tokkoo xoroshoo nyaattan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ji'a jalqabaa, guyyaa kudhanii arfeesso'oo galgala irraa jalqaddanee haga guyyaa diddamii tokkeesso'oo galgalaatitti daabboo uukoo hin qanne nyaadha'a.