Exodus 12:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bulti torba keesa bukho mana keesani keesati nami inargini; yo nami tokoleeni waan bukheesani nyaate, nama suni gumi Israeli keesaa kutani, ato keessumafi nama lafa suniti d'alatele taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa torbaaf mana keessan keessatti raacitiin hin argamin; namni xoroshoo raacitii qabu nyaatu, namni namatti galee jiraatullee dhalataa biyyaa banii Israa'elii irraa fooyamee haa baduu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga guyyaa torbaa uukoon ijjumaa mana keessan keessatti hin dhaggamin; alagaa yookiin dhalataa biyyaalle yoo te'e, nami waan uukoo qabu nyaate kolbaa Israa'elii keessaa bayuu qaba.