Exodus 12:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan bukheesani tokole inyaatina, worra keesani ch'ufa keesati waan bukho inqamne ch'alla nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan raacitii uf keessaa qabu kamuu hin nyaatinaa'a; mana keessan marattuu xoroshoma nyaadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee jirtanu maratti daabboo uukoo hin qanne nyaadha'a malee, waan uukoo qabu hin nyaatina'a» jedhe.