Exodus 12:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Waaqi aka worra Misiri fit'u lafa Misiri suni ke bahe, siddoofi mikhikila balbalaa irati d'iiga arge, inni mana keesani baase akasiini waan sila nama fit'a suni isaniti seenu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii biyya Misirii dhawu'uuf waan bayuuf hennaa dhiiga balbalaa fi qasatoo lamaan irratti arge, Rabbi balbala irra lufa; akka balaan mana isin hin seenne dhoogga;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa balaa buusiisaaf, biyya Gibxi'ii keessa yennaa deddeemu, mikikkila balbalaa ka cinaa lamaaniituu irratti, mikikkila balbalaa ka gubba'aa irralle'etti dhiiga dhaggee, balbala san irra hin dabara. Ka balleessu sun mana keessan seenee akka isin ijjeesu itti hin lakkisu.