Exodus 12:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo lafa AABBO Waaqi isanii kenna jed'e kakhate geetanile, aada tana illakisina, tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hennaa biyya Rabbi isinii kennu'uuf isinitti himetti galtan seera kana eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Mootiin Waan Maraa isinii kenniisaaf waadaa gale sanitti yennaa galtane seerata kana eegadha'a.