Exodus 12:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan isani jettani, Tunini sorio Pasaka ta AABBO Waaqaa baasani; wonti akanatiifi inni mana worra Israeli lafa Misiri keesati bira dabre worra Misiri gogorae. Ammo worra keenna baase jettani. Duuba biyyiti mata gaqabate Waaqa kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin ‹Hennaa Rabbi biyya Misirii bala'aan dhaye malkanni Rabbi mana keenna balaa jalaa hambiseen ciincaa faasika'aa kanaan› isaaniin jettan; baniinillee hennaa kana dhagayan gad jedhanii sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin ammoo, ‹Mootiin Waan Maraa biyya Gibxi'ii irratti balaa yennaa buuse, biyya Gibxi'ii keessatti mana Israa'elootaa irra dabaree, qe'ee teenna waan hambureef, ciincaa Jila Irra Dabaramaa ta Mootii Waan Maraa ti› jedha'aan» jedhe. Achiin duuba kolbaan gad jettee sagadde.