Exodus 12:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tana gumi Israeli ch'ufati hima; guyya kud'anneeso ka jia kana nami ch'ufti worra ufiiti ha kaarata ree toko fud'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Israa'elii marattuu himaa'a; ji'a kana keessa guyyaa kudhaneesso'ootitti namni maruu mana abbaa ufiitiif korbeessa tokko akka
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ji'a kana guyyaa kudhaneesso'ootitti, nami tokko tokkooyyuu maatii ifiitiif, buruusoo korbeessa hoole'ee yookiin re'e'ee tokko akka qopheessu wolde'a Israa'eliititti himi.