Exodus 12:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farao, hojattu isaati, worri Misiri ch'ufti halkani lafaa kae aka hama bohani; wonti akanatiifi lafa Misiri keesa mani tokoleeni ka nami keesa induiini injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oonii fi garboonni isaa maruu worri biyya Misirii maruu halkaniin yoo ka'an manni namni keessaa hin duune waan hin jirreef biyya Misirii maraa irratti booya guddaa booyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan san mootichi, qondaaltoti isaatii fi worri biyya Gibxi'ii marti hirriibaa ka'ane; manni nami keessaa hin du'in tokkolle waan hin jirreef, biyya Gibxi'ii keessatti iyyi wiiccifataa te'e