Exodus 12:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkanuma suni Faraoni Musafi Haruniti nama erge waan jed'eeni, Kaa, lafa tiyya keesaa yaa, lafa tiyya keesa intaiina, isanifi worri Israeli ch'ufti aka baantani AABBO Waaqa kad'achu d'aqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon Muuse'ee fi Aarooniin halkanuma san waamee, «Isin ijoolleen Israa'elii banii kiyya keessaa baya'aa deemaa'a; akka ani ijaan isin hin argine deema'aa Rabbii keessan tajaajilaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkanuma san mootichi Muuse'ee fi Aaron waansisee, «Ka'a'a! Isinii fi Israa'elooti kolbaa tiyya keessaa baya'a! Akkuma jettane dhaqa'aatii Mootii Waan Maraa keessan waaqonfadha'a.