Exodus 12:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli, akuma Musani jed'e, faaya worqifi qarsiini mid'aasanifi woyale worra Misiri kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii akkuma Muuseen isaan ajaje godhan; worra biyya Misirii irraa birrii, meeshaa worqi'iitii fi uffata kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti akkuma Muuseen isaanitti hime, meya meeti'ii, meya worqi'iitii fi woyaa akka isaanii kennanu, worra Gibxi'ii gaafatane.