Exodus 12:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini halkani Waaqi worra eege lafa Misiri keesa baase; tanaafi halkani suni worra Israelitiifi d'alooti worraleeni AABBO Waaqa qaabate eegaa bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
galgalli sun galgala gaafa Rabbi biyya Misiriitii isaan baase waan ta'eef guyyaan guyyaa Rabbiiti; halkan sun ijoollee Israa'elii maraa biratti haga ijoollee ijoollee isaaniititti guyyaa Rabbiif woyyoome.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa halkan biyya Gibxi'ii keessaa isaan baase san waan isaan eegeef, halkan sun dhaloota Israa'elootaa mara keessatti ulfinna Mootii Waan Maraatiif kenniisaaf, Israa'elooti marti eeddoo irra buluu qaban.