Exodus 12:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musafi Harunini jed'e, Aadaani Pasaka tana: Nami gosa teesani intahiini tokoleeni sagale Pasaka inyaatini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'ee fi Aarooniin, «Kun seera ayyaana faasika'aati; kana irraa namni nyaaphaa akka hin nyaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'ee fi Aaroniin, «Kun seerata Jila Irra Dabaramaa ti; nami ormaa sagalee Jila Irra Dabaramaa hin nyaatin;