Exodus 12:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaani tunini ha ta gosa Israelitiifi ta worra iti galale taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dhalataa biyya sanii hin taane galaa isin keessa jiraatuu kun seera tokko» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri kun isinii fi alagaa isin woliin le'uufille tokkochuma te'uu ti» jedhe.