Exodus 12:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami ch'ufti ha d'iiga fuud'e siddoofi mikhikila balbala mana fooni keesati nyaatani dibani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiiga fuudhanii balbalaa fi qasatoo mana waa itti nyaata'aaran maraa haa dibanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan dhiiga diqqaa isaa fuudhanee, mana foon itti nyaatanu san mikikkila balbalaa ka cinaa lamaaniituu, mikikkila balbalaa ka gubba'aalle dibanuu ti.