Exodus 12:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fooni suni d'eed'ifi ka bisaanini d'aabani inyaatina, ammo mataa mannyefi miha garaale ch'ufa wot'ala nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foon dheedhi'ii fi ka bisaaniin affeelame hin nyaatinaa'a; foon mata'aa, ka many'e'eetii fi mi'a gara'aa maraa wodda'aa nyaadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Foon dheedhii yookiin foon iffeelame hin nyaatina'a; mataa, manye'ee fi meya gadha'aa woliin ibiddatti wodda'aatii nyaadha'a.