Exodus 13:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kanaafi duuba aada tana jabeesa, woga isii ganna ch'ufa tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ayyaana kana Wogga wogga'aan hennaa murtaayetti kabajjuun seera keessan isinii haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seera jila tanaa eegadha'aatii guyyaa isaaf murteeffame sanitti wogguma wogga'aan jilifadha'a.