Exodus 13:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo AABBO Waaqi lafa Kanaani, ta inni isanifi abbooti teesani kenna jed'e kakhateeni isani d'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkuma Rabbi si'ii fi abboota teetii waadaa gale gara biyya Kana'aanotaa yoo galte hennaa inni lafa san sii kenne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa akkuma isinii fi abbootii teessan ta duriitiif waadaa gale lafa Kana'aanotaa sanitti isin galchee, yennaa isiniif kenne,