Exodus 13:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi tana, yo ilmaani teesani, Wonti kunini maani? jette isani gaafate, waan jettaniini, AABBO Waaqi irre isaa guddooni lafa Misiri ta nu tisse keesati taane harka ufitiini keesaa nu baase jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ilmi kee, ‹Wonti kun maali'i?› jedhee yoo si gaafate, akkana jettaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Hegeri ilmi keeti, ‹Wonni ati tolchitu kun maan› jedhee yoo si gaafate, tokko tokkoon keessan, ‹Mootiin Waan Maraa irree jadduu ifiitiin lafa garbumma'aa biyya Gibxi'ii keessaa nu baase.